Waajabila Faanaa Magaalaa Cirootti haati tokko daa’imman 4 deesse Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)-Godina Harargee Lixaa magaalaa Cirootti haatii Fariyaa Shamshaddiin jedhamtu daa’imman 4 Hospitaala Cirootti deesseetti. Haatiin kun dhiira lamaa fi…
Oduu biyya keessaa ABUT haleellaa naannoo Amaaraa fi Affaariitti raawwateen lammiileen kumni 200 ol buqqa’aniiru… Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)-Gareen Shororkeessaa ABUT haleellaa naannoo Amaaraa fi Affaariitti raawwateen lammiileen kumni 200 ol buqqa'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.…
Biiznasii Sudaan Ityoophiyaan humna meeggaa waattii kuma 1 akka itti gurgurtuu gaafatte Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Sudaan Ityoophiyaan humna meeggaa waattii kuma 1 akka itti gurgurtuu gaafaachuushee Humni Elektirikaa Ityoophiyaa ibseera. Hojii gaggeessaan…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Poolii teeknikaa magaalaa Sabbataa barattoota leenjii garaagaraan leenjisaa ture… Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Poolii teeknikaa magaalaa Sabbataa barattoota leenjii garaagaraan leenjisaa ture 881 eebbisiiseera. Koolleejjichi barattoota ogummaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo keenyarra saamicha sirnatu ture-Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdisaa naannoo keenyarratti saamicha sirnatu ture jedhan. Preezdaantichi kana kan jedhaniis…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad hawaasni Raayyaa ittisa Biyyaaf dhiiga akka arjoomu waamicha dhiyeessan Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad hawaasni Raayyaa ittisa Biyyaaf dhiiga akka arjoomuu fi manneen harka qalleeyyii akka haaromsuu waamicha…
Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara 2013 irratti hojjettoota isaa waliin Magaalaa Adaamaatti… Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Caffeen Oromiyaa raawwii hojii bara 2013 irratti hojjettoota isaa waliin Magaalaa Adaamaatti mari'ataa jira. Waltajjiicharratti Af-Yaa'iin…
Oduu biyya keessaa Baankiin Gadaa yaa’ii hundeeffama isaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Baankiin Gadaa yaa'ii hundeeffama isaa Hoteela Iskaayilaayiititti gaggeessaa jira. Yaa'iicharratti Preezdaantiin Mootummaan Naannoo Oromiyaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamti jedhan dogoggora- Tiboor Naazhii Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Qaamoleen Ityoophiyaan akka Yuugozlaaviyaa ni diigamtii jedhan dogoggora jechuun Ministeera Dhimma alaa Ameerikaatti itti aanaan dhimmoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan aduu tokkoon biqiltuu kuma 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Aug 5, 2021 0 Finfinnee, Adooleessa 29, 2013 (FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti sagantaan aduu tokkoon biqiltuu kuma 500 dhaabuu gaggeeffamaa jira. Bulchiinsa magaalichaatti gandoota magaalaa fi…