Oduu biyya keessaa Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Manni Barumsa Ifa Boruu Awaash Malkaa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'e. Manneen barnootaa Ifa Boruu akka naannoo Oromiyaatti ijaarraman 100…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u hin feetu – Ministeera Dhimma Alaa Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan hariiroon Ameerikaa waliin qabdu akka boora’u fedhii kan hin qabaanne ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiise. Dubbii Himaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti biqiltuu miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu ibsame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) - Naannoo Harariitti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 3 dhaabuuf qophiin xummuramuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa beeksiise. Baatii…
Idil Addunyaa Talaalliin ‘Siinoovaak’ tajaajila yaala tasaa Covid -19f akka oolu beekkamtiin laatame Sifen Megersa Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa talaalliin ‘Siinoovaak’ tajaajila yaala tasaa Covid -19f akka oolu beekkamtii laate. Dhaabbatichi ibsa…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin saaxilamuummaa Miidiyaalee Saaybariif gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Konfiransii Mata duree "Itti gaafatamuummaa waloo nageenyaa Saaybariif" jedhuun magaalaa Finfinneetti jalqabe jira. Saaxilamuummaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti waliigalteen ijaarasa manneenni Doolara biliyoona 4.2 mallatteffame Obse Wakgari Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Bulchinsii magaalichaa waggaa tokko keessatti manneen jireenyaa kuma 100 ijaaruuf waliigaltee mallattessera. waliigalticha kantibaa Itti-aantu…
Oduu biyya keessaa Qonnaan bultoonni Naannoo Tigraay Tiraaktaroota 20 deegrsa argachufi Obse Wakgari Jun 2, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC)- Dhabbanni gargaarsa Ameerikaa(USID) Maart waliin ta'uun qonnaan bultoota Naannoo Tigraayiif deegarsa Tiraaktaroota 20 taasisuuf akka ta'e…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Kompiiyuutaroota kuma 37 irratti haleellaa saayibarii raawwachuuf yaaliin taasiifamaa… Sifen Megersa Jun 1, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Kompiiyuutaroota kuma 37 irratti haleellaa saayibarii raawwachuuf yaaliin taasiifamaa jiraachuu Ejansiin Nageenya Odeeffaannoo ifoomse.…
Ispoortii Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti… Obse Wakgari Jun 1, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Gareewwan Priimeyar Liigii naannoo Tigraay sadeen dorgommii Priimeyar Liigii 2014 irratti hirmaachuuf fedhii qaban ibsaniiru. Federeshinii Kubbaa Miilaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoowwan naannoo Tigraayitti muudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsame Obse Wakgari Jun 1, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 24, 2013 (FBC)- Rakkoowwan naannoo Tigraayitti muudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu mana maree federeeshiniitti koreen dhaabbii dhimmoota deemokraatawaa…