Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Ooyruu Qonnaan Bultoota Godina Baalee daawwatan Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Ooyiruu qonnaan bultoota Godina Baalee Bahaa aanaa Gindhiir…
Oduu biyya keessaa Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwatan Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Baankii Misooma Afrikaa Akiinwumii Adeesiinaan Paarkii Indaastirii Adaamaa daawwataniiru. Preezdaantichi har’a Paarkii Indaastirii…
Oduu biyya keessaa WMOn Birrii miiliyoona 300 oliin Finfinnee misoomsuufi Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen Waldaan Misooma Oromiyaa Birrii miiliyoona dhibba 3 oliin magaalaa Finfinnee misoomsuufi…
Oduu biyya keessaa Godina Wallagaa Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Mooxee proojektiin bishaan dhugaatii eebbifame Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Wallagaa Bahaa aanaa Waamaa Hagaloo magaalaa Mooxee proojektiin bishaan dhugaatii eebbifameera. Sirna eebba proojektichaarratti sadarkaa itti…
Oduu biyya keessaa Godina Kibba Wallootti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Godina Kibba Walloo aanaa Booranatti Rasaasni seeraan alaa kumni 3 fi 441 fi meeshaaleen waraanaa seeraan alaa biroo to’atamuu Waajjirri Poolisii…
Biiznasii Gatiin oomishaalee nyaataa addunyaarraatti waggoota 10 as daballii olaanaa agarsiise Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa gatiin oomishaalee nyaataa addunyaarraatti waggoota 10 as daballii olaanaa agarsiisuu…
Oduu biyya keessaa Godina Baalee bahaa aanaa Laga Hidhaatti buufanni humna elektirikaa Soolaarii Beeltuu ijaarame… Obse Wakgari Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC)- Godina Baalee bahaa aanaa Laga Hidhaatti buufanni humna elektirikaa Soolaarii Beeltuu ijaarame eebbifameera. Sirna eebbichaarratti Preezdaantiin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Giloobaal Paartinarshiip foor Ityoophiyaan Doolaara miiliyoona 850 mootummaaf galii… Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Giloobaal Paartinarshiip foor Ityoophiyaan Doolaara miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 50 mootummaaf galii taasisuu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa raawwii hojii fi dhimmoota waqtaawaarratti gamaaggamaa taasisuu… Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa naannoo Kibbaa raawwii hojii Filannoo marsaa 6ffaa fi dhimmoota waqtaawaarratti magaalaa Hoosa’iinaatti gamaaggamaa taasisuu…
Oduu biyya keessaa Qabsoon kaleessa gootota Oromoon finiine har’a misooma ta’eera – Obbo Shimallis Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan qabsoon kaleessa gootota Oromoon finiine har'a misooma ta’eera jedhan. Obbo…