Oduu biyya keessaa Walga’ii idileen Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa boru ni gaggeeffama Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Walga’ii idilee 16ffaan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa 5ffaan boru galma Waajjira Muummee Ministiraatti ni gaggeeffama jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Naannoleen filannoo 378 bu’aa sagalee beeksiisuun qulqullaa’aa jira – Boordii Filannoo Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoleen filannoo 378 bu’aa sagalee beeksiisuun qulqullaa’aa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksiise. Daawwannaan…
Oduu biyya keessaa Deeggarsa maatii Artiist Haacaaluu Hundeessaaf Birrii miiliyoonni dhibbi 1 miiliyoonni 41 ol baankii… Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Koreen olaanaan Deeggarsa Maatii Artiist Haacaaluu Hundeessaa sosochii hanga ammaatti jiru ilaalchisee ibsa laateera. Koree olaanaan deeggarsa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Jamaal Bakar daayrektara Inistiityuuti dippiloomaasii Baariheen waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Baahireenitti Hoogganaan Waajjira Qonsilaa FDRI Ambaasaaddar Jamaal Bakar daayrektara Inistiityuutii dippiloomaasii Baariheen Dooktar Muniiraa Al…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Godina Shakkaarraa buqqa’an gara qa’ee fi qabeenya isaaniitti deebi’aa jiru jedhame Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Shakkaatti sababa rakkoo nageenyaa uumameen lammiileen qa’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an deebi’aa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Indaastirii Boolee Lammii galii Doolaara miiliyoona 44 maddisiise Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Paarkiin Indaastirii Boolee Lammii galii Doolaara miiliyoona 44 maddisiisuu ibsame. Bara baajataa kana Oomishaalee Indaastiricha keessatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota paartiilee siyaasa galateeffatan Obse Wakgari Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) –Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota paartiilee siyaasa filannoon biyyoolessaa marsaa 6ffaa nagaan akka xumuramuuf shooraa isaanii…
Oduu biyya keessaa Waxabajjii 30 damee barnootaan biqiltuu miiliyoona dhibba 5 dhaabuuf hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Waxabajjii 30 damee barnootaan biqiltuu miiliyoona dhibba 5 dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Barattootaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Somaaleetti qormaanni kutaa 8ffaa laatamuu eegale Obse Wakgari Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Naannoo Somaaleetti qormaanni kuta 8ffaa bara 2013 laatamuu eegaleera. Qormaatichaas barattoonni kumni 44 fi 144 ni fudhatuu jedhameera. Itti…
Oduu biyya keessaa Ajejaan kudhanii Masaafinti Xigaabuun adabbii cimaa umrii guutuun adabame Sifen Megersa Jun 28, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Ajejaa waliigalaa Raayyaa Ittisaa duraanii Jeneraal Sa’aare Makoonniin kan ajjeese ajejaan kudhanii Masaafinti Xigaabuun adabbii cimaa umrii guutuun…