Oduu biyya keessaa Baajanni dabalataa bara 2013 Birrii biiliyoonni 26.4 ragga’e Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Baajata dabalataa bara hojii 2013 Birrii biiliyoona 26.4 raggasiise. Manni maricha walga’ii idilee…
Oduu biyya keessaa Godina Arsii aanoota Leemmuu fi Bilbillotti Manni Barumsaa Ifa Boruu Aliyyii Galchuu sadarkaa 2ffaan… Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Godina Arsii aanoota Leemmuu fi Bilbillotti Manni Barumsaa Ifa Boruu Aliyyii Galchuu sadarkaa 2ffaan eebbiifameera. Sirna eebbicharratti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faraahin ergaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Gamtaa Awurooppaaf… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahin ergaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota Gamtaa Awurooppaaf…
Oduu biyya keessaa Hospitaalli Waliigalaa Walisoo har’a ni eebbifama Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Hospitaalli Waliigalaa Walisoo har'a bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa argamanitti ni eebbifama.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sanbateetti waltajjiin Nageeyaa fi Araaraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Magaalaa Sanbateetti waltajjiin marii Nageeyaa fi Araaraa gaggeeffamaa jiraachuu ibsame. Rakkoo tasgabbii Axaayyee fi naannawaa isheetti uumame…
Oduu biyya keessaa Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1faan eebbifame Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Manni Barumsaa Goobanaa Buttaa Dabalee sadarkaa 1ffaan ijoollee Qonnaan bultoota misoomaaf kaafamaniif ijaarrame…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaa Amanateen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa Wallagga Lixa eebbisiise Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Gamoo Waajjira Bulchiinsa…
Fayyaa Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa ni laatama Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti har’aa eegalee talaalliin dhibee Koleeraa kan laatamu ta’uu ibsameera. Talaallich lammiilee miiliyoona 2 kan…
Oduu biyya keessaa Ameerikaan naannoo Tigraayitti deeggarsa yeroo ariifachiisaf doolaara miiliyoona dhibba 1 fi… Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Deeggarsa Idil Addunyaa Ameerikaa naannoo Tigraayitti deeggarsa yeroo ariifachiisaaf kan ooluu Doolaaraa Ameerikaa miiliyoona dhibba 1 fi…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen sirna galii si’ataa taasisuu mallattaa’e Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Ministeerri Galiiwwanii waliigaltee sirna kaffaltoota gibiraa si’eessuu baankiiwwanii fi Eejansii Nageenya Odeeffaannoo waliin…