Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Dhimma Alaa Chaayinaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jun 11, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC) – Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faraahin Xaalaayaa Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad irraa ergame Muummee… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) - Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii obbo Adam Faraahi itti aantuu Af Yaa'ii Beeljiyeem waliin Braasilsitti haala waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Proojektiin humna Elektirikii naannoo Maqaleetti Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 5 oliin ijaarrame Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Bulchiinsa Yeroo…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Ityoophiyaa fi Jiibuutii seenaa qabeessaa fi cimaa dhiibbaa alaa kamiinuu gufatuu miti… Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) -Jilli hoggantoota olaanoo Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Preezdaantii Jiibuutii Ismaa'eel Umar Guulleehi waliin mari'ateera.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Booranaa boruu ni eebbifama jedhameera. Yuunvarsiitichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 50 ijaarramee jedhameera.…
Oduu biyya keessaa Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa muudateef guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerate Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Naannolee filannoorratti hanqina waraqaa sagalee laachuurraatti muudate hordoofee guyyaan sagaleen itti laatamuu dheerachuu Boordii Filannoo Biyyoolessaa…
Oduu biyya keessaa Jilli aadde Loomii Badhoon durfamu Hospitaala Maqii ebbisiise Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)-Jilli Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo fi Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina…
Oduu biyya keessaa Imbaasiin Ityoophiyaa Naayiroobiitti argamu lammiilee 500 gara biyyaa deebisuufi Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Imbaasiin Ityoophiyaa Naayiroobiitti argamu lammiilee 500 buufata baqattootaa Daadaabirra gara Ityoophiyaa deebisuufi jedhameera. Lammiileen…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Inistityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee… Obse Wakgari Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Inistityuutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaaf deeggarsa meeshaalee wallaa’ansaa taasiseera. Deeggarsichi Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Turki damee Geejjibaan tumsaan hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Jun 10, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 3, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Turki damee Geejjibaan dhimmoota Teeknikaarraatti tumsaan hojjechuuf waliigaltee mallateessan. Ministirri Ministeera Geejjibaa…