Oduu biyya keessaa Godaansaa deebiitoonni 650 damee ogummaa garaagaraan eebbifaman Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Godaansaa deebiitoonni 650 damee ogummaa garaagaraan eebbifamaniiru. Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa magaalaa Finfinee Ejansii…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ogeeyyii beeksisaa hundaa’e Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Manni Maree ogeeyyii beeksisaa hundaa’uu ibsame. Mirgaa fi faayidaa ogeeyyii damichaa eegsiisuu fi ogummicha guddisuuf Manni Maree Ogeeyyii…
Oduu biyya keessaa Boordichi guyyaan sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaaf hojiin cufaa akka ta’uu beeksise Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa guyyaan sagalee laachuu filannoo marsaa 6ffaaf hojiin cufaa akka ta’uu beeksiseera. Waxabajjii 14, 2013 guyyaa…
Biiznasii Baatii Caamsaa daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 419 argame Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Baatii Caamsaa daldala alaarraa galiin Doolaarri miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 19 argamuu ibsame. Baatii Caamsaa daldala alaarraa…
Oduu biyya keessaa Barnoonni nageenya daandii digirii 2ffaan eegalamuufi Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Sagantaan Barnoota nageenya daandii digirii 2ffaan eegalchiisuu gaggeeffamaa jira. Saganticharratti Ministirri Ministeera Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo fi Sidaamaa obboleeyyaanii fi hidda tokko-Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan naannoo Sidaamaatti argamuun sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegalchiiseera.…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa wixinee labsii baajata 2014 Birrii biiliyoona 561.67 dhiyaate Koree Dhaabbiif… Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii baajata 2014 Birrii biiliyoona 561.67 dhiyaate irratti mari’achuun koree Dhaabbii dhimmoota…
Teeknooloojii Tajaajiilli networkii 4G magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti eegale Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Tajaajiilli networkii 4G magaalaa Jimmaa fi naannawaa isheetti eegale Tajaajillichi bakka keessummoonni biyya keessaa fi alaa argamanitti har’aa kan…
Oduu biyya keessaa Hawaasni Diyaaspooraan dhiibbaa biyyoota Alaan Ityoophiyaarra ga’aa jiru dura dhaabbachuu qabu… Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraan dhiibbaa biyyoota Alaan Ityoophiyaarra ga’aa jiru dura dhaabbachuun dhugaa qabatamaa biyya keessa hubachisuu qaba…
Oduu biyya keessaa Paartii Badhaadhinaa magaalaa Ambootti duula na filadhaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa godina Shawa lixaa magaalaa Ambootti duula na filadhaa gaggeessaa jira. Duulicharratti Hogganaan Paartii…