Oduu biyya keessaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Magaalaa Jimmaa Proojektiin qarqaraa laga Awweetuu boruu ni eebbifama jedhameera. Proojektichi baasii Birrii miiliyoona dhibba 6'n hojjetamee…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuun Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Israa’eelitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Rattaa Alamuu Ambaasaaddara Raashiyaa Anaatoolay Viikrooriiv waliin dhimmoota waqtaawaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaaqaan sagantaa Ashaaraa magaariisaarratti Ambaasaaddaroota Ityoophiyaa biyyoota ollaa… Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin leegaasii Ashaaraa Magariisaarratti Ambaasaaddaroota…
Oduu biyya keessaa Shugguxiin Turkii 123 dhoksaan daddabarfamaa ture to’annaa jala oole Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Godina Gondar aanaa Taachii Arimaachoohotti Shugguxiin Turkii 123 dalatee raasaasoonni konkolaataan fe’umsatin dhoksaan daddabarfamaa turan to’annaa jala…
Fayyaa Ministeera Fayyaaf deeggarsi qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasifame Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa idil addunyaa Ameerikaa Ministeera Fayyaaf deeggarsa qorichoota Birrii miiliyoona 1.7 baasuu taasiseera. Ministir Deettaan…
Fayyaa Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 Afrikaanootaaf… Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Gamtaan Afrikaa fi Baankiin Addunyaa talaallii Covid-19 miiliyoona dhibba 4 waloon Afrikaanootaaf dhiyeessuuf waliigalaniiru. Waliigaltichi…
Oduu biyya keessaa Komishiniin sirna barnootaa idil addunyaa Preezdaant Saahilawarqiin durfamu marii gaggeesse Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Komishiniin sirna barnootaa idil addunyaa Preezdaantii FDRI Saahilawarq Zawdeen durfamu haala gara fuulduraarratti mari’achuu fi karoorsuuf marii…
Idil Addunyaa Yamanitti bidiruu galaana diimaa keessaatti dhidhimteen lubbuun godaantoota hedduu darbe Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Yamanitti bidiruu galaana diimaa keessaatti dhidhimteen lubbuun godaantoota hedduu darbeera. Godaantonni Afriikaa osoo gara Yaman imalaa jiranii…
Fayyaa Ityoophiyaan talaallii Covid -19 kuma dhibba 4tti hiiqu yeroo dhiyootti ni argatti – Ministeera… Sifen Megersa Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan talaallii Covid -19 kuma dhibba 4tti hiiqu yeroo dhiyootti kan argattu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksiisee. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Aljeeriyaan damee annisaa haaromsaarratti waloon hojjechuuf fedhii qaban ibsan Obse Wakgari Jun 15, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Aljeeriyaatti ergamaan addaa fi Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachoo Ministira Ministeera raabsaa aannisaa fi humna haaromsaa Aljeeriyaa…