Oduu biyya keessaa Naannoo Kibbaa iddoolee garaagaraatti weerarri Raammoo muul’ate Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa iddoolee garaagaraatti weerarri Raammoo gosti lama muul’achuu ibsameera. Hawaasni weerara kana ittisuuf hojii hojjetamu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Sulultaatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Magaalaa Sulultaa ganda 01 iddoo addaa dhaabata Awutoobisii jedhamutti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garaagaraa to’annoo jala ooluu Qajeelchi…
Waajabila Faanaa Zimbaabween namticha uffata ‘ekeraan’ nama saamu to’annoo jala oolchite Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Zimbaabween kutaa Kibba biyyattii Guutuu jedhamu keessatti namticha uffannaa ’ekeraa’ fakkaatu uffatee namoota sodaachisuun saamuun shakkame to’achuu…
Oduu biyya keessaa Raayyaa Ittisaa keessatti dandeettii cimaan ijaarrameera – Leetanaan Jeneraal Baacaa Dabalee Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Raayyaa Ittisaa keessatti dandeettii cimaan ijaarramuu Qindeessaa Olaanaan Hojiilee Ijaarsa Humna Waraanaa Leetanaan Jeneraal Baacaa Dabaleen ibsan.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Nabiil Ajejaa Olaanaa Raayyaa Ittisaa Sudaan Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahiddiin Ajejaa Olaanaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Sudaan Kibbaa Jeneraal Saantiinoo Dangi Wal waliin…
Fayyaa Dooktar Liyaan Badhaasa ‘Next generatio” 2021 injifatan Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktarr Liyaa Taaddassaa Yuunvarsitii ‘Harvard T. H. Chan School of Public Health’ irraa badhaasa ”Next generation” 2021…
Oduu biyya keessaa Siwiidiin deeggarsa namoomaaf kan oolu Doolaara miiliyoona 4 ol Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Siwiidiin sosochii deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatti taasiifamaa jiru tumsuuf Doolaara miiliyoona 4.77 deeggarsa taasiisuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni dhibbi 5 fi kumni 46 ol qormaata kutaa 8ffaa ni fudhatu – Biiroo Barnoota Oromiyaa Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata kutaa 8ffaa bara 2013 barattoota kuma dhibba 5 fi kuma 46 ol qoruuf qophii xumuruu beeksiiseera.…
Ispoortii Bunni Ityoophiyaa hirmaannaa taphoota Waancaa Konfedereeshinii Afrikaa bara 2021/2022 argachuu… Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 26ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Adaamaa fi Bunni Ityoophiyaa goolii 1 qixa…
Biiznasii Ityoophiyaatti dhaabbilee Maallaqaa naannoo Baadiyaaf kan oolu deeggarsi Yuuroo miiliyoona 26.5… Sifen Megersa May 28, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 20, 2013 (FBC) – Fandiin Misooma Qonnaa Idila Addunyaa fi Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti dhaabbilee Maallaqaa naannoo Baadiyaaf kan oolu deeggarsi Yuuroo miiliyoona…