Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’atan Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonnin Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenya Gorgoraatti hojjetaniif laftii ijaarsa heektaarri 300 qophaa’e Obse Wakgari May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Proojaktii Maddii Biyyaa Gorgoraatti abbootiin qabeenya dameewwan garaagaraarratti invastimanitii hojjetaniif laftii ijaarsa heektaarri 300 qophaa’uu Manni…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti nageenya ummataa fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuuf waamichi dhiyaate Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Bulchiinsa Yeroo naannoo Tigraay Dooktar Abrahaam Balaay naannichatti nageenya ummataa fi bulchiinsa gaarii…
Oduu biyya keessaa Dura Taa’aan Gamtaa Afriikaa ammaa fi Preezdaantiin Rippaabilika Dimookiraatawa Koongoo Filiks… Obse Wakgari May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Dura Taa'aan Gamtaa Afriikaa ammaa fi Preezdaantiin Rippaabilika Dimookiraatawa Koongoo Filiks Sishakiid Finfinnee galaniiru. Preezdaantichi buufata…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 418 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 418 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 9 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa ‘Milkii filannoo marsaa 6ffaaf gumaacha kan qabu ummata Ityoophiyaa malee qaama biraa miti’ –… Sifen Megersa May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Rakkoo nageenyaa adeemsa filannoorratti muudachuu danda’an adda baasuun tarkaanfii fudhachaa jiraachuu mootummaan Ityoophiyaa beeksiise. Iddoo…
Oduu biyya keessaa Yakka naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti raawwatame ilaalchisee ibsi laatame Sifen Megersa May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa Yakka naannoo Tigraay magaalaa Aksumitti raawwatame ilaalchisee qorannoo gaggeessaa ture irratti ibsa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f kaartaan mirkaneessaa… Obse Wakgari May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinnee kuta magaalaa Booleetti kan argaman qonnaan bultoota fi ijoollee qonnaan bultootaa 828f kaartaan mirkaneessaa qabiyyee lafaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Iid sababeeffachuun hordoftoota amantaa Islaamaa harka qalleeyyii ta’aniif… Sifen Megersa May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ayyaana Iid sababeeffachuun hordoftoota amantaa Islaamaa harka qalleeyyii ta’aniif deeggarsa taasiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach giddugala nyaata Tasfaa Birhaan lammiilee 1000 ol nyaachisuu ifaatti eegalchiisan Obse Wakgari May 10, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC)-Itti aantuun Kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Booleetti kan ijaarramee giddugala nyaata 2ffaa Tasfaa Birhaan ifaatti hojii…