Oduu biyya keessaa Sagantaan Afxiraa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sagantaa jaalalaa, tokkummaa fi waliif yaaduu kan ta’e sirni Afxirii magaalaa Finfinnee daandirratti gaggeeffamaa jira. Sagantichi Baambisii hanga…
Oduu biyya keessaa Ramadaanni mallattoo tokkummaa jabaadha – Obbo Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga geessanii ayyaana Iid Al faxirii bara 2013 dabarsaniiru. Obbo…
Oduu biyya keessaa Abbootiin amantaalee garaagaraa fi dargaggoonni iddoolee Afxiraan itti gaggeeffamu qulqulleessan Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Abbootiin amantaalee garaagaraa fi dargaggoonni iddoolee Afxiraan itti gaggeeffamu qulqulleessaniiru. Magaalaa Finfinneetti abbootiin…
Oduu biyya keessaa Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun sirna Afxiraa gaggeessuuf qophiin xummurame Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Sooma Ramadaanaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti sirna Afxiraa gaggeessuuf qophiin xummuramuu Komishiniin Poolisii…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti ayyaana Iid Al Faxiir sababeeffachuun harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame Obse Wakgari May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa ayyaana Iid Al Faxiir sababeeffachuun harka qalleeyyiif uffata adda addaa fi re'oota laateera. Kantiibaan Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Boordichi Sanbata darberraa eegalee iddoowwan manneen jireenyaa waliiniitti buufatalee dabalataa… Obse Wakgari May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Sanbata darberraa eegalee Magaalaa Finfinnee hanqina buufatalee galmee filattoota jiru furuuf iddoowwan manneen jireenyaa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni midhaan nyaataa yeroo hatattamaa fe’an 500 gara naannoo Tigraay seenaan Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Konkolaattoonni midhaan nyaataa yeroo hatattamaa fe’an 500 gara naannoo Tigraay seenuu Sagantaan Nyaata Addunyaa beeksiise. Dhaabbatichi…
Oduu biyya keessaa Naannoo Tigraayitti xaa’oo biyyoo qonna gannaaf barbaachisu keessaa walakkaan naannicha seene Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayitti xaa’oo biyyoo qonna gannaa bara 2013/14f barbaachisu keessaa walakkaan naannicha qaqqabuu Biiroon Qonnaa fi Misooma Baadiyyaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi sagantaan galateeffaannaa barsiisoota,maatii fi bararattootaa gaggeesse Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Ministeerri Barnootaa sagantaa galateeffaannaa barattoota, maatii fi barsiisootaa gaggeesseera. Guyyaan wal galateeffannaa sadarkaa…
Oduu biyya keessaa UNESCOn Ityoophiyaatti Proojektii guddina Indaastirii Fiilmiif gargaaru ifoomse Sifen Megersa May 11, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Mootummoota Gamtoomanii Ityoophiyaatti Proojektii guddina Indaastirii Fiilmiif tumsu ifatti hojii…