Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa Finfinneetti kabajamaa jira Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa magaalaa Finfinneetti kabajamaa jira. Sirna kabajaa ayyaanichaarratti Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde…
Oduu biyya keessaa Buufanni Saatalaayitii Bizhaa Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame Obse Wakgari May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC)- Buufanni Saatalaayitii Bizhaa odeeffannoo fudhatuu fi to’atu Yuuroo miiliyoona 3’n ijaarrame eebbifame Ispees Saayinsii fi Teeknooloojii Ityoophiyaa kan…
Oduu biyya keessaa Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har’a ni eebbifama Sifen Megersa May 15, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2013 (FBC) - Birrii miiliyoona dhibba 2n kan ijaarrame Tarminaalli Awutoobisii ammayyaa Markaattoo har'a ni eebbifama jedhameera. Tarminaalichi yeroo tokkotti…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 453 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 453 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 13 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girmaan durfamu hojiilee misoomaa garaagaraa Aanaalee Godina Wallagga Lixaa daawwate Sifen Megersa May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) - Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastera misooma baadiyyaa mootummaa naannoo Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu hojiilee…
Oduu biyya keessaa Vaayrasii koroonaa ittisuuf hirmaannaa hunda galeessaa cimsuun barbaachisaadha-Obbo Dammaqaa Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin sagantaa irraa deebii ittisa COVID-19 biyyoolessaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galan Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jibuutii galaniiru. Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna waadaa galuu preezdaantii Jibuutii…
Oduu biyya keessaa Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaarame boruu ni eebbifama Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)- Taaworiin to’annoo daandii qilleensaa 4 Birrii miiliyoona 100 oliin ijaaramee guyyaa boruu ni eebbifama jedhameera. Ijaarsa kun Abbaa Taayitaa Siiviil…
Oduu biyya keessaa Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa Proojektii Ifaa Boruun ijaarramaa turan 44 xummuramuu ibsame Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC) – Manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa proojektii Ifa Boruutiin ijaaramaa jiran keessaa ijaarsi manneen barnootaa 44 xumuramuu Sadarkaa itti aanaa…
Fayyaa USAID deeggarsa meeshaalee yaalaa doolaraa kuma 800tti tilmaamaman naannoo Tigraayiif taasise Obse Wakgari May 14, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2013 (FBC)-Dhaabbanni deeggarsa misooma Ameerikaa USAID meeshaalee yaalaa doolaraa kuma 800tti tilmaamaman naannoo Tigraayiif taasiseera. Dhaabbatichi deeggarsicha…