Oduu biyya keessaa Hayyoonni Oromoo waltajjii marii gaggeessaa jiru Sifen Megersa May 20, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 12, 2013 (FBC) – Waltajjiin marii Gumii Balal marsaa 6ffaan mata duree 'Dantaa Oromoo Horata Hawaasummaa fi Jijjiiramaaf' jedhuun Waajjira Preezdaantii bulchiinsa…
Ispoortii Liiver Puul carraa hirmaannaa Shaampiyoons Liigii Awurooppaa bal’ifate Sifen Megersa May 20, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaandaa torbee 37ffaa galgala kana gaggeeffameen Liiver Puul 3 fi 0n Barnileey injifateera. Liiver Puul tapha torbee…
Idil Addunyaa Sa’aatii 24 darban keessatti lammiileen Hindii kumni 4 fi 529 koroonaan du’an Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Hinditti Sa'aatii 24 darban keessatti namoota kuma dhibba 2 fi kuma 67 fi 334 vaayrasii koroonaan qaban keessaa namoonni kumni 4 fi 529 lubbuun darbuu…
Idil Addunyaa Israa’eel haleellaa Gaazarraatti raawwattu itti fufte Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) - Israa'eel haleellaa Gaazarraatti raawwattu kan itti fufte yoo ta'u, hanga ammaatti daa'imman 64 dabalatee lammiileen Filisxeem 227 ajjeefamuu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophaatti abbootii qabeenyaa damee invastimanti garagaraatti bobba’aaniif Ashaaraa… Obse Wakgari May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Ityoophaatti abbootii qabeenyaa damee invastimantii garagaraatti bobba’aaniif dhimma Ashaaraa Magariisaa bara 2013 irratti ibsi taasifameera. Ibsichi…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfa sarara shiboo elektirikaa baaburaa osoo kutuu harkaf harkatti qabame to’annaa jala… Obse Wakgari May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Lidataatti namni dhuunfa sarara shiboo elektirikaa baaburaa osoo kutuu harkaf harkatti qabame to’annaa jala ooluu Komiishiniin Poolisii…
Oduu biyya keessaa Guutinsi bishaanii hidhi haaromsaa marsaa 2ffaan fedhii Gibtisirratti dhiibbaa hin uumuu-Ministeera… Obse Wakgari May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Guutinsi bishaanii hidhi haaromsaa Guddichi Ityoophiyaa marsaa 2ffaan fedhii Gibtisirratti dhiibbaa akka hin uumnee Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa 4 keessatti proojektoonni Birrii miiliyoona 960 oliin… Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa 4 keessatti proojektoonni birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 60 oliin ijaarraman 427 tajaajilaaf banaa ta’uu…
Oduu biyya keessaa Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf duudhalee tokko nu taasisaan irratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha… Obse Wakgari May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC)- Waliigaltee biyyaalessaa uumuuf duudhalee tokko nu taasisaan irratti xiyyeeffachuun barbaachisaa ta’uu akka qabu Ministirri Mininsteeraa Nageenyaa aadde…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaa Covid -19 idil addunyaarran ga’e dandamachuuf Doolaarri biiliyoonni 650 akka ramadamu… Sifen Megersa May 19, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2013 (FBC) – Dhiibbaa Covid -19 idil addunyaarran ga’e dandamachuuf Doolaarri biiliyoonni dhibbi 6 fi biiliyoonni 50 deeggarsaaf akka ramadamu murtaa’uu…