Oduu biyya keessaa Torbeen qorannoo waggaa Yuunvarsiitii Finfinnee baname Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Torbeen qorannoo waggaa Yuunvarsiitii Finfinnee banameera. Sagantichi mata duree ‘qarannoon nageenyaa fi ijaarsa biyyaaf’ jedhuun kan gaggeeffamu.…
Oduu biyya keessaa Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Hundeeffamni Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Federaalaa waggaa 20ffaan kabajamaa jira. Sirna kabajaa kanarrattis Preezdaantii FDRI…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu’uuraa ka’aan Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Baankii Siinqeef dhagaa bu'uuraa kaa'uun hojii jalqabsiisaniitu.…
Oduu biyya keessaa Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee bishaan,jallisi fi inarjiirratti… Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Waggoota sadan darbanitti fedhii bu’uura lammiilee Ityoophiyaa guutuuf Ministeerrii Bishaan,jallisi fi inarjii hojii isaa irratti xiyyeeffannoo guddaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Siinqee hundeeffame Obse Wakgari May 24, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 16, 2013 (FBC)- Baankiin Siinqee hundeeffamuu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan ibsaniiru. Waldaan Aksiiyonaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti sababa haala qilleensaa hamaatiin namoonni fiigaa turan 21 du’an Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Chaayinaatti Sababa haala qilleensaa hamaatiin atileetiksoonni fiigaa turan 21 du'aniiru. Kaaba lixa Chaayinaatti dorgommii fiigichaa gaara irratti…
Oduu biyya keessaa OBN jiraattoota Magaalaa Axaayee Godina Addaa Saba Oromoof deeggarsa taasise Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)-Oromiyaa Broodkaastiing Neetwoork naannoo Amaaraa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Axaayee fi Godina Addaa Saba Oromootti namoota rakkoo nageenyaa tibba darbe…
Oduu biyya keessaa Goodeetti proojektiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 4 oliin ijaarrame eebbifame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Somaalee magaalaa Goodeetti proojektiin bishaan dhugaati baasii Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 75 eebbifameera. Sirna eebbaa…
Oduu biyya keessaa Namni Gadamsa Gammoojjii ajjeese horii 100 ykn beenyaa madaalawaa akka kaffaluu Abbootiin Gadaa… Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Paarkii Biyyoolessaa Abijaataa Shaallaa keessaatti miidhaaf saaxilamaa kan jiru Gadamsi Gammoojjii namni ajjeese horii 100 ykn beenyaa madaalawaa akka…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 xumuramuu ibsame Obse Wakgari May 23, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti proojektoonni fayyaa 237 ijaarsarra turan xumuramuun eebbaaf qophii ta'uu Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaan kilaastera…