Oduu biyya keessaa Sanadni karoora waggaa 10 ummataaf raabsamuufi Sifen Megersa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebila 1, 2013 (FBC) - Sanadni karoora waggaa 10 torbee dhufuu eegalee ummataaf kan raabsamu ta’uu Komishiniin Plaanii fi Misoomaa ibse. Torbee dhufu ummata akka qaqqabu…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti balaa Ibiddaa muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu… Sifen Megersa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) - Balaa Ibiddaa halkan Edaa kutaa magaalaa Finfinnee garaagaraatti muudateen qabeenyi Birrii miiliyoona 7 olitti tilmaamamu barbadaa’uu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni diinagdee Ityoophiyaa ittin dhugoomuu keessaa… Obse Wakgari Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Teeknooloojiin qunnamtii odeeffaannoo fedhiin guddinni baadhaadhinaa Ityoophiyaa fi diinagdee ittiin dhugoomuu keessaa damee tokko ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan itti aantuu dura teessuu Komishinii gamtaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 9, 2021 0 Finfinnee, Ebila 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin itti aantuu dura teessuu Komishinii…
Oduu biyya keessaa Mootummoonni naannoo Afaarii fi Soomaalee walitti bu’iinsa tibbana muudate karaa nagaan furuuf… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Jilli hoggantoota olaanoo Preezdaantoota naannoo Afaarii fi Soomaaleen durfamu walitti bu'iinsa tibbana daangaa naanolee lamaanii gidduutti muudate…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee,Bitootessa 30, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 2,121 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 20 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Ispoortii Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo raawwatame Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Sirni awwaalchaa Artiist Ayyalaa Maammoo har’a waaree boodaa bakka maatiin, Firoottan, jalleewwan ogummaa fi dinqisiifattoonni isaa argamanitti…
Teeknooloojii Dhaabbanni Facebook fuulawwan Gibts taa’anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo… Sifen Megersa Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Dhaabbanni guddichi miidiyaa hawaasummaa Facebook fuulawwan Gibts taa'anii Ityoophiyaarratti xiyyeeffachuun odeeffannoo tatamsaasan haquu…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad ogeeyyii artiif beekkamtii laatan Obse Wakgari Apr 8, 2021 0 Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC)-Muummeen Ministeera FDRI Dooktar Abiy Ahimad Paarkii Inxooxxootti ogeeyyii artiif beekkamtii laataniiru. Sagantichi mata duree ‘Ityoophiyaa waan…