Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Mahaammad Al Aruusii galateeffatan Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee waltajii idil addunyaarratti waa'ee hidha haaromsaa fi dhimmoota walqabatan irratti…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,893 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,893 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 24 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Siwiidin waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) -Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Siwiidin Haans Luundikuwiist waliin…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoota kuma 4 fi 703 qajeelfama kenniinsa tajaajila geejjibaa darbanirratti tarkaanfiin… Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Abbaan Taayitaa geejjibaa Magaalaa Finfinnee konkolaattoota kuma 4 fi 703 qajeelfama kenniinsa tajaajila geejjibaa darbanirratti tarkaanfii fudhachuu…
Oduu biyya keessaa Carraa diimookiraasii egeree biyya keenyaa murteessuuf har’a kaardii filannoo filattootaa yaa… Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Carraa diimookiraasii egeree biyya keenyaa murteessuuf har’a kaardii filannoo filattootaa yaa fudhannu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Soomaaliyaa seera bara hojiisaanii dheeressuuf ba’e mallatteessan Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Preezdaantiin Soomaaliyaa Mohaammad Abdullaahi Farmaajoon seera ergama preezdantummaasaanii waggaa lamaaf dheeressuuf ba'e mallatteessaniiru.…
Fayyaa Laabraatooriin ammayyaa nageenya nyaatarratti hojjetu hojii eegale Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa Laabraatoorii ammayyaa nageenya nyaataa eegu eebbisiisuun hojii jalqabsiise. Laabraatoorichi guyyaa…
Biiznasii Baatii Bitootessaa daldala Alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 53 galiin argame Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Baatii Bitootessaa daldala Alaarraa Doolaarri miiliyoonni dhibbi 3 fi miiliyoonni 53 galiin argamuu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Biiznasii Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa galii walitti qabuurratti muuxxannoo wal jijjiirraa taasisan Wabi Fufa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebla 6, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa galii walitti qabuurratti muuxxannoo wal jijjiirraa taasisaniiru. Gareen jila Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Sudaan…
Oduu biyya keessaa Paartileen siyaasaa naannoo Gaambeellaa keessa socho’an 6 mana maree waloo hundeessan Sifen Megersa Apr 14, 2021 0 Finfinnee, Eebila 6, 2013 (FBC) - Paartileen siyaasaa naannoo Gaambeellaa keessa socho’an 6 dhimmoota naannoo fi biyyaalessaarratti walitti dhiheenyaan hojjechuuf mana maree waloo…