Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gamtaa Awurooppaatti Komishinii bulchiinsa balaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Gamtaa Awurooppaatti Komishinara…
Oduu biyya keessaa Agarsiifni dorgommii qorannoo fi qo’annoo gochaa, kalaqaa fi teeknooloojii biyyaalessaa eegale Wabi Fufa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebla 12, 2013 (FBC)- Agarsiifni dorgommii qorannoo fi qo’annoo gochaa, kalaqaa fi teeknooloojii biyyaalessaa 2ffaan eegaleera. Wayita ammaa Ityoophiyaatti dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Appilikeeshiniin kaffaltii adabbii tiraafikaa karaa bilbila sochootuun raawwatamuun danda’amu ifoome Wabi Fufa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebla 12, 2013 (FBC)- Ejansiin Hooggansa Tiraafikaa Finfinnee Appilikeeshiniin kaffaltii adabbii tiraafikaa karaa bilbila sochootuun raawwatamuun danda’amu ifoomse.…
Idil Addunyaa Preezdaantiin Chaad Idiriis Deebiin filannoo injifatan Sifen Megersa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Preezdaantii Chaad ta’uun yeroo dheeraaf aangoorra kan turan Preezdaant Idiriis Deebiin filannoo Preezdaantummaa moo’ataniiru. Preezdaant Idiriis…
Biiznasii Dirree Dawaatti baatiwwan saglan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 75 ol walitti… Obse Wakgari Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)-Magaalaa Dirree Dawaatti baatiwwan saglan darbanitti galiin Birrii biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 75 fi kumni dhibbi 5 fi kumni 75 fi 415 walitti qabamuu…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 5ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 5ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera. Yaa’ichi guyyoota lamaaf…
Oduu biyya keessaa Magaalaan Gilgal Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni… Obse Wakgari Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC)- Godina Matakkal Magaalaan Gilgil Balasii fi naannooshee gara sochii nagaatti deebi’aa jiraachuu jiraattoonni nnaannichaa ibsaniiru. Jiraattoonni…
Fayyaa Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 ol Covid -19 qabamuu ibsame Sifen Megersa Apr 20, 2021 0 Finfinnee, Eebila 12, 2013 (FBC) – Hinditti sa’aatii 24 darbe keessatti namoonni kumni dhibbi 2 fi kumni 59 fi 170 ol Covid -19 qabamuu ibsameera. Biyyattiitti guyyoota…
Oduu biyya keessaa Boordichi magaalaa Finfinnee naannoo Oromiyaatti buufataalee xiqqaa filannoo 28 banuu beeksiise Sifen Megersa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi naannoo Oromiyaatti buufatalee tokko tokkorraatti nammoonni komni 1 fi 500 galmaa'uu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan Sudaanii fi Gibtsi dhimma Hidha Haaromsaarratti marii sadee Gamtaa Afrikaan durfamuu… Sifen Megersa Apr 19, 2021 0 Finfinnee, Eebila 11, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan Sudaanii fi Gibtsi dhimma Hidha Haaromsaarratti marii sadee Gamtaa Afrikaan durfamuu akka kabajan waamicha dhiyeessiteerti. Itti aanaan…