Oduu biyya keessaa Sagantaan cufiinsa kadhannaa biyyaalessaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Qindeessummaa Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaan torbee tokkoof gaggeeffamee kan ture sagantaan kadhannaa biyyaalessaa cufamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaannoonni 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyya deebi’an Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 297 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru. Ministeera Dhimma Alaatti bakka bu’aan daayreektara Jeneraa dhimmoota Qoonsilaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Gamoon jijjiguun lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Qirqoos iddoo Kaasaanchis jedhamutti Gamoon ijaarramaa ture jijjiguun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame. Kutaa…
Idil Addunyaa Gamtaan Awrooppaa biyyoota Afrikaa bahaatif deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 ol taasise Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Gamtaan Awrooppaa biyyoota Afrikaa bahaatiif bara Faranjootaa 2021 rakkoo namoomaa muudateef kan ooluu deeggarsa Yuuroo miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 49…
Uncategorized Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo hundaa’e Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaatti Manni Maree qulqullina barnoota olaanoo har’a ifatti hundaa’uu ibsame. Sagantaa hundeeffama mana…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Biyyoolessaa mata duree ‘Qorannoo Aadaa Gujii’ jedhuu Yuunvarsiitii Bulee Horaatti… Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Fooramiin Biyyoolessaa mata duree ‘Qorannoo Aadaa Gujii’ jedhuu Yuunvarsiitii Bulee Horaatti gaggeeffameera. Fooramicha irratti waraqaaleen qorannoon 20…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Birihaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Iitaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Isiraa’eel Allelinyi Admaasuu waliin…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin biyyoolessaa mata duree ”jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa… Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Misoomni Magaalaa fi Konstiraakshinii ''yaa’ii biyyoolessaa mata duree jaarsa indaastirii konistiraakshiini bu’a qabeessaa badhaadhinaa Ityoophiyaaf''…
Ispoortii Kilabni Qidduus Giyoorgis taphattoota ciccimoo garichaa 4 hojiirraa dhorke Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Kilabni Qidduus Giyoorgis sababa namuusaan Geetaanaa Kabbadaa, Aschaalew Taammanaa, Gaaddisaa Maabraatee fi Muluuleem Masfin garee olaanaa keessa dhorkuu…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa Hektaara 138 misoomsitootaaf dabarse Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee lafa Hektaara 138 misoomsitootaaf dabarsuu beeksiise. Bulchiinsi magaalichaa fedhii lafaa daraan dabalaa dhufeef…