Oduu biyya keessaa Waldaan daawwachiftoota Oromiyaa hundaa’e Sifen Megersa Apr 24, 2021 0 Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Waldaan daawwachiftoota Tuurizimii Oromiyaa hundaa'uu ibsame. Sagantichi magaalaa Bishooftuu Hoteela Yaatuu Internashinalitti kan qopha'ee yoo ta 'uu,…
Oduu biyya keessaa Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 46 ol vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Apr 24, 2021 0 Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Hinditti guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 fi kumni 46 fi 786 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Kunis erga weerarri vaayrasii koroonaa addunyaa…
Oduu biyya keessaa Inistiityuutiin Eeggumsa Fayyaa Beeyladaa Biyyaalesaa Warshaa Qoricha Beelladaa Birrii miiliyoona… Sifen Megersa Apr 24, 2021 0 Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) - Inistiityuutiin Eeggumsa Fayyaa Beeyladaa Biyyaalesaa Warshaa Qoricha Beelladaa Birrii miiliyoona dhibba 1 oliin Magaalaa Bishooftuutti ijaarsise…
Idil Addunyaa Gamtaan Afrikaa Preezdaantiin Soomaaliyaa yeroo aangoo dheeerreffachuusaa morme Sifen Megersa Apr 24, 2021 0 Finfinnee, Eebila 16, 2013 (FBC) -Gamtaan Afrikaa preezdaantiin Somaaliyaa Mohaammad Abdulaahi Foormaajoon yeroo aangosaanii dheereeffachuu mormeera. Gamtichi ergamaa addaa gara…
Vaayrasiikoroonaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaan qabaman Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 1,303 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 15 darbeera. Sa’aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Yeroon galmee filattootaa torbee lamaaf dheerachuu ibsame Sifen Megersa Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) -Yeroon galmee filattootaa torbee lamaaf dheerachuu Boordiin Filannoo Biyyaalessaa beeksiise. Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa galmee filattootaa…
Oduu biyya keessaa Jilli preezdaant Shimallis Abdiisaan durfamuu godina Shawaa Lixaatti oomisha qamadii jallisiin… Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Jilli preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii ganda Qonnaan Bulaa Jawwee Buriiti qamadii…
Biiznasii Baatiwwan sagal keessaatti daldalaa Alaarraa galiin doolaarri biiliyoonni 2.4 argame Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)-Bara baajata 2013 baatiwwa sagal keessaatti daladalaa alaarraa galiin doolaarri Ameerikaa biiliyoona 2.9 argachuuf karoorfamee doolaarri biiliyoonni 2.4…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimalliis Abdiisaa Magaalaa Gincitti argamuun kaardii filannoo fudhatan Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimalliis Abdiisaan Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii Magaalaa Gincitti argamuun Kaardii filannoo…
Idil Addunyaa Sirni awwaalchaa preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey raawwate Obse Wakgari Apr 23, 2021 0 Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC)- Sirni awwaalchaa preezdaantii Chaad duraanii Idiriis Deebey raawwateera. Lola finciltootaan gaggeeffameen balaa irra qaqqabeen lubbuun isaanii kan…