Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii baatii 6 gamaggaamaa jira Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) -Mootummaan naannoo Oromiyaa raawwii baatii 6 gamaggaamaa jira. Guyyaa har'aa bakka hoggansi olaanaa naannoo, godinaalee fi aanaalee…
Oduu biyya keessaa Qaamoleen naannoo Tigraayitti deeggrsi namoomaa dhiyaachaa hin jiru jechaa jiran bu’aa siyaasaa… Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee ,Amajjii 13, 2013 (FBC ) - Qaamoleen naannoo Tigraayitti deeggrsi namoomaa dhiyaachaa hin jiru jechaa jiran bu’aa siyaasaa argachuuf ta’uu bulchaa olaanaan bulchiinsa yeroo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa har’a ni gaggeessa Sifen Megersa Jan 21, 2021 0 Finfinnee ,Amajjii 13, 2013 (FBC ) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 8ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa har’a ni gaggeessa jedhame. Waltajjii kanaan dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Hojiin tola oltootaa hambaa dhaloota ammaa ta’ee kan tajaajiluudha-aadde Mufariyaat Kaamiil Obse Wakgari Jan 21, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Nageenyaa FDRI aadde Mufariyaat Kaamiil tola oltootaa Yuunvarsiitii Jigjigaa keessaatti leenji’aa jiran waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 307 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 307 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 7 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa jijjiirrama teessoo fi naannoo filannoo naannolee fi bulchiinsa… Sifen Megersa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaan walqabatee jijjiirrama teessoo fi naannoo filannoo naannolee fi bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Kaamaalaa Hariisiif ergaa gammachuu dabarsan Sifen Megersa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen seenaa Ameerikaatti dubartii hidda dhiigaa Afrikaa - Eeshyaa itti aantuu preezdaantii Ameerikaa taate Kaamaalaa…
Idil Addunyaa Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta’uun sirna kakuu raawwatan Sifen Megersa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC) – Joo Baayidan preezdaantii Ameerikaa 46ffaa ta'uun Waashiingitan US Kaappitoolitti baallii fudhatan. Kaamaalaa Hariis seenaa Ameerikaatti dubartii itti…
Oduu biyya keessaa Sudaan kiyyoo waraanaa qaama sadaffaan qophaa’eef dhiisuun, rakkinicha mariin furuuf qophii ta’uu… Wabi Fufa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Sudaan kiyyoo waraanaa qaama sadaffaan qophaa’eef dhiisuun, dhimma daangaa mariin furuuf qophii ta’uu akka qabdu Iitaamaajoorri waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Qorichoonni gatii Birrii miiliyoona 3 ol qaban gara Shireetti ergaman Wabi Fufa Jan 20, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) - Ejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa qorichoonni gatii Birrii miiliyoona 3 fi kuma 96 fi 657 qaban gara Shireetti ergamuu beeksiseera.…