Oduu biyya keessaa Yuunvarsitiiwwan barattoota isaanii eebbisiisan Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Yuunvarsitiiwwan adda addaa barattootasaanii eebisiisaniiru. Yuunvarsiitiin Arsii barattoota muummee garagaraatiin digrii jalqabaa fi…
Ispoortii Waldorgommiin atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Sulultaatti… Obse Wakgari Jan 31, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Waldorgommiin Atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sulultaatti gaggeffameera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 656 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera. Sa'aatii 24 darbetti…
Oduu biyya keessaa Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) –Qorichoonnii fi meeshaaleen yaalaa gareen ABUT dhaabbilee fayyaarraa saamuun dhoksee ture to'atamuu Qajeelchi Raayyaa Ittisaa beeksiise. Qorichoonnii fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy qaamolee oomisha qamadii keessatti hirmaachiran galateeffatan Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad qooda fudhattoota oomisha Qamadii Jallisiin misoomsuu keessatti hirmaataa jiran galateeffataniiru. Biyyi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisan Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Muumeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad godina addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee Aanaa Aqaaqiitti daawwannaa taasiisaniiru. Jilli…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti manneen jireenyaa waliinii seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinneetti manneen jireenyaa waliinii kuma 21 fi 695 seeraan ala qabamanii turan gadi lakkisiisuun fayyadamtootaaf akka darban Kaabineen…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensoota Kongireesii fi qaamolee… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaan Makonniin haala waqtaawaa Ityoophiyaa ilaalchisee miseensota…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Odaa Bultumii fi Mattuu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan eebbisiisan Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Yuunvarsiitiin Odaa Bultumii fi Mattuu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa turan ha’a eebbisiisaniiru. Yuunivarsiitiin Odaa Bultum…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti hojiirra Oolmaa barnoota sirna Gadaa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin… Sifen Megersa Jan 30, 2021 0 Finfinnee, Amajjii 22, 2013 (FBC ) – Magaalaa Finfinneetti hojiirra Oolmaa barnoota sirna barnootaa waliigalaa Afaan Oromoo fi barnoota Gadaa ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mariin…