Oduu biyya keessaa Siidaan Caalii Shoonoo ebbifame Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Siidaan Caalii Shonoo godina Iluu Abbaa Boor aanaa Yaayyootti ijaarrame ebbifame. Siidichi Birrii miiliyoona 3 fi kuma dhibba 2 ijaarrame.…
Oduu biyya keessaa Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti waltajjiin marii nageenyaa gaggeeffame Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Godina Gujii Lixaa magaalaa Bulee Horaatti waltajjiin marii nageenyaa bakka buutoota jiraattoota godinichaa hirmaachise gaggeeffame. Waltajjii marii…
Oduu biyya keessaa Mariin paanaalii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet mana maree federeeshinii waliin qopheesse… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Mariin Paanaalii guyyaa sabaa fi sablammootaa 15ffaa ilaalchisee Faanaa Broodkaastiing Koorporeet Mana Maree Federeeshinii waliin ta’uun qopheesse…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Sadaasa30 hanga Muddee 2, 2013tti laatama Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qormaanni kutaa 8ffaa Sadaasa 30 hanga Mudde 2, 2013tti kan laatamu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Qormaanni kutaa 8ffaa…
Oduu biyya keessaa Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 42 olitti tilmaamamu too’atame Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Sadaasa 11-17, 2013tti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 42 fi kuma dhibba 7 fi kuma 49 olitti tilmaamamu too’atamuu ibsameera. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Raayyaa ittisa biyyaa deeggaruuf ogeeyyiin yaala fayyaa marsaa 2ffaan gara sana imalan Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 19, 2013 (FBC) – Tarkaanfii olaantummaa seeraa mirkaneessuuf naannoo Tigraayitti fudhatamaa jiru deeggaruuf ogeeyyiin yaala fayyaa marsaa 2ffaan gara sana imalan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan ministira dhimma alaa Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) - Itti aanaa muummee ministiraa fi ministirri dhimma alaa FDRI Dammaqaa Makoonnan ministira dhimma alaa Jarman Haaykoo Maat waliin haala waqtaawaa fi…
Oduu biyya keessaa Kaaba biyyattiirraa lammiilee buqqa’an gargaaruuf hojjetamaa jiraachuu koomiishinarri… Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) - Kaaba biyyattiirraa lammiilee buqqa'an gargaaruuf hojjetamaa jiraachuu koomiishinarri Koomiishini Hoggansa Sodaa Balaa Mitikkuu Kaasaan beeksisan.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hiiwaanee garee ABUT jalaa bilisa baase Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18,2013 (FBC) -Raayyaan ittisa biyyaa magaalaa Hiiwaanee garee ABUT jalaa bilisa baasuu ibsame. Leetanaal Janaraal Baacaa Dabaleen ibsa laataniin akka…
Oduu biyya keessaa Raayyaan ittisa biyyaa Maqalee fi garee juuntaa to’achuuf iddoolee ijoo qabate Sifen Megersa Nov 28, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 18, 2013 (FBC) - Raayyaan ittisa biyyaa Maqalee fi garee juuntaa to'achuuf iddoolee ijoo qabate. Hawzeen, Al Najaashii, Aaddiiqayyah, Maaymasaanoo fi Wuqroo…