Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Deeviid Ku’arii waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 26, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 17, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin Muummee Ministiraa Biriitaaniyaatti Ministira…
Ispoortii Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqate Obse Wakgari Nov 26, 2020 0 Finfinne, Sadaasa 17, 2013 (FBC)- Taphaataa Arjantiinaa fi leenjisaa garechaa kan ture Diyeegoo Maradoonaa umrii waggaa 60tti boqateera. Maradonaan dhibee onnee tasaan manasaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Guyyaan sabaa fi sablammootaa boruu Jigjigaatti ni kabajama Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Guyyaan sabaa fi sablammootaa guyyaa boruu bakka bakka buutoonni naannoo argamanitti Jigjigaatti kan kabajamu ta’uu ibsameera. Kabaja…
Oduu biyya keessaa Imbaasichi ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif haala… Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gibtsitti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Maarqos Takleen ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa teessoo isaanii Kaayiroo taasiifataniif tarkaanfii mootummaan…
Teeknooloojii Magaalichatti Awutoobisii humna elektiriikaan socho’u yaaluu eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu… Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Awutoobisii humna elektiriikaan socho’u yaaluu eegaluuf qophiin taasiifamaa jiraachuu ibsame. Biiroon Geejjibaa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun Preezdaantii Sudaan Kibbaa waliin haala yeroorrattai mari’atan Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Gorsaan dhimma Nageenyaa Muummee Ministiraa obbo Gadduu Andaargaachaw Preezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir waliin dhimma haala yeroorratti…
Oduu biyya keessaa BBCn dubbii MM FDRI Dooktar Abiy hin dubbanne akka dubbataniitti eeruun oduu sobaa tamsaasuun himame Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) - BBCn dubbii Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad hin dubbanne akka dubbataniitti fudhachuun odeeffannoo sobaa tamsaasuu Qulqulleessi…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sakatta’insa yeroo adda addaa taasifamaa jiruun maatiin… Wabi Fufa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti sakatta'insa yeroo adda addaa taasifamaa jiruun maatiin garee juuntaa ABUT badii raawwachuu socho'aa jiran…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti sakkata’insa taasifameen meeshaaleen waraanaa to’ataman Wabi Fufa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Naannoo Harariitti sakkata’insa taasifameen meeshaaleen waraanaa to’atamuu komishiin poolisii naannichaa beeksiseera. Itti Aanaan komishinaraa…
Oduu biyya keessaa Gamtaan Awurooppaa dhimma Ityoophiyaa keessa galuuf fedhii kan hin qabne ta’uu beeksise Sifen Megersa Nov 25, 2020 0 Finfinnee, Sadaasa 16, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa mirkaneessuu Ityoophiyaan gaggeessaa jirtu keessa galuuf gamtaan Awurooppaa fedhii kan hin qabne ta’uu ibseera. Itti…