Fayyaa Duulli talaallii gifiraa boorurraa kaaset laatama Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC0- Duulli talaallii gifiraa daa’imman umriin isaanii baatii 9 hanga waggaa 5 ta'aniif boorurraa kaasee kan laatamu ta'uu Biiroon Fayyaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan faayidaa biyyaa kabachiisuuf… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyyoota alaa jiraatan dhimma Hidha Haaromsaarratti faayidaa biyyaa kabachiisuuf mari'atan. …
Balballoommii fi yaada Fiichee fi Asallaatti namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsi taasifame Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiichee fi godina Arsii magaalaa Asallaatti namoota harka qalleeyyidhaaf deeggarsi taasifame. Deeggarsichi…
Oduu biyya keessaa Karoora misoomaa waggaa 10rratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Karoora misoomaa waggaa 10 Ityoophiyaarratti mariin ummataa gaggeeffamaa jira. Karooricha kan qopheesse Koomiishiniin Plaanii fi Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu… Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Seenaataroonni Ameerikaa lama biyyi isaanii dhimma Hidha Haaromsaarratti ejjennoo walaba akka qabaattu xalayaadhan gaafatan. Seenaatar…
Teeknooloojii Xiyyaarrii Booyiing Maaks 737 balalii yaalii taasisuufi Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC)- Booyiing Maaks 737 balalii yaalii eegale. Xiyyaarichi har’a irraa eegalee guyyoota sadeen dhufaniif balallii yaalii ni taasisa.…
Biiznasii Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaatti bunni kiilo giraamni 1 Birrii 13,838 gurgurame. Dorgommii dhandhama bunaa idil addunyaa Ityoophiyaatti yeroo jalqabaatif…
Idil Addunyaa Addunyaarratti lakkoofsi namoota COVID – 19 du’anii miiliyoona walakkaa qaqqabe Obse Wakgari Jun 29, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC)- Ka’umsa isaa Chaayinaa magaalaa Wuhaan kan taasise COVID – 19 erga muul’atee baatiiwwan shan lakkoofsiseera. Addunyaarrattis lubbuu namoota kuma 500…
Idil Addunyaa Maalaawiitti dorgomaan garee mormituu filannoo mo’ate baallii fudhate Wabi Fufa Jun 28, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 21,2012 (FBC) – Maalaawiitti dorgomaan garee mormituu filannoo mo'ate baallii fudhate Filannoo seena qabeessa irra deebiin Maalaawwiitti gaggeeffameen garee…
Idil Addunyaa Addunyaarratti namoonni miiliyoona 10 Covid-19 qabamanii walaakka kan ta’an ammoo fayyan Wabi Fufa Jun 28, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 21,2012 (FBC) – Addunyaarratti namoonni miiliyoona 10 Covid-19 qabamanii walaakka kan ta'an ammoo fayyan. Addunyaarratti lakkoofsi namoota Covid-19 qabaman miliiyoon…