Oduu biyya keessaa Kennaa uumamaa misooma waaraaf oolchuu qabna- MM Dr Abiy Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Kennaa uumamaa biyyoolessaatin qabnu misooma waaraaf oolchuu qabna jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad. Kennaan uumamaa…
Oduu biyya keessaa Qorannaa sa’aa 24tin namoota 73 irratti vaayrasiin koroonaa argame Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 darbe keessatti hojjetameen namoota 73 irratti vaayrasiin koroonaa argame. Sa'aa 24 darbe keessatti…
Biiznasii Kibbaatti oomishtummaarratti dhiibbaa uumamuu malu hir’isuuf, deeggarsi meeshaalee qulqullinaa… Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti oomishtummaarratti dhiibbaa uumamuu malu hir'isuuf, deeggarsi meeshaalee qulqullinaa ogeeyyii qonnaatif kenname. …
Oduu biyya keessaa Lammiileen Matakkalii buqqa’an 4,541, qayee isaaniitti deebi’an Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Walitti bu'iinsa naannoo daangaa Amaaraa fi Beenishaanguul Guumzitti uumamee tureen namoonni buqqa'an 4,541 gara qayee isaaniitti deebi'an. …
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroota biyyoota Awrooppaa fi Ameerikaa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif ibsi laatame Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Ambaasaaddaroota biyyoota Awrooppaa fi Ameerikaa teessoo isaanii Finfinnee godhataniif dhimma Hidha Haaromsaarratti ibsi laatame. Ibsichi…
Balballoommii fi yaada Waltajjiin labsii yeroo ariifachiisaarratti qophaa’e taa’ame Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaa waltajjiin labsii yeroo ariifachiisaarratti qopheesse taa'ameera. Waltajjichi hanqinoota raawwii danbii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan humni qabdu tamsa’ina vaayrasichaa ittisuu fi to’achuu akka ta’e… Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan humni qabdu tamsa'ina vaayrasii koroonaa ittisuu fi to'achuu akka ta'e hubatamee hojjetamuu qaba jedhe Boordiin Qorannaa labsii yeroo…
Biiznasii Jilli obbo Shimallisiin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa daawwate Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) –Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisatiin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Bahaa dawwate. Jilli kun…
Fayyaa Eekkaa Kootabeetti haati vaayrasii koroonaatin qabamte daa’ima vaayrasicharraa bilisa… Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Hoospitaala Eekkaa Kootabeetti haati vaayrasii koroonaatin qabamte takka daa'ima vaayrasicharraa bilisa ta'e deesse. Dubartiin waggaa 34…
Oduu biyya keessaa Afrikaan kennaa hedduun kan badhaatee fi daneessummaan kan guutamtedha – MM Dr Abiy Obse Wakgari May 25, 2020 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa sababeeffachuun ergaa dabarsan. Guyyaan Afrikaa waggaa 57ffaan har'a yaadatamaa…