Oduu biyya keessaa Guyyaan Ayyaana Fannoo kabajamaa jira Sifen Megersa Apr 17, 2020 0 Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Guyyaan ayyaana Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota amantaa Kiristaanaa maraan kabajamaa jira. Guyyaan har’aa guyyaa Iyyesuus Kiristoos…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqi gita isaanii Istooniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 17, 2020 0 Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee haala weerara vaayrasii koroonaa ittisuun danda’amurratti Preezdaantii Istooniyaa Kiristii Kaaljuuleeyid waliin…
Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaan mootummaa Chaayinaa galateeffatan Sifen Megersa Apr 17, 2020 0 Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan mootummaan Chaayinaa deeggarsa taasiseef galateefataniiru. Gareen ogeeyyii yaala…
Oduu biyya keessaa Yeroo kamiiyyuu of eeggataa fi qophee ta’anii argamuun ogummaadha – MM FDRI Abiyyi… Sifen Megersa Apr 17, 2020 0 Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) - Yeroo kamiiyyuu of eeggataa fi qophaa'aa ta'anii argamuun qaroomina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Kan beeknuu fi kan amannu…
Oduu biyya keessaa Tiraaktaroonni qonnaa qonnaan bultootaaf kennaman Sifen Megersa Apr 17, 2020 0 Finfinnee, Eebila 9, 2012 (FBC) – Dhaabbaanni keenyaa tiraaktaroota qonnaa qonnaan bultootaaf kennuu isaa himame. Tiraktaroonni kunneen bakka Preezdaantiin mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldala Ityoophiyaa kaffaltii kondominiyeemii jiraattoonni kanffalaa turan baatii sadiif… Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Baankiin Daldala Ityoophiyaa kaffaltii kondominiyeemii jiraattoonni kanffalaa turan baatii sadiif yeroo boqoonna akka ta’u murteesse. Baankiin Daldala…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti bishaan Birrii miil. 83.8 hojjetamee eebbifame tajaajila eegale Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Magaalaa Laga Xaafoo Laga Daadhitti bishaan Birrii miiliyoona 83.8 hojjetamee eebbifame tajaajila eegale. Eebbicharratti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin yaala fayyaa Chaayinaa Ityoophiyaa galan Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Tattaaffii Ityoophiyaan weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiftu deeggaruuf ogeeyyii yaala fayyaa Chaayinaa Ityoophiyaa galaniiru. Ogeeyyiin yaala…
Oduu biyya keessaa OBN chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Oromiyaa Broodkaastiing Neetwork (OBN) chaanaalii 2ffaan guyyaa har’aa tamsaasa yaalii eegaleera. Chaanaliin kun “OBN Horn Of Africa” jedhamee akka…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti Namoonni Vaayrasii Koroonaan Qabaman 7 Dabalataan Argaman Wabi Fufa Apr 16, 2020 0 Finfinnee, Eebila 8, 2012 (FBC)- Ityoophiyaatti Namoonni Vaayrasii Koroonaan Qabaman 7 Dabalataan Argaman. Ityoophiyaatti sa’aa 24 darbetti namoota 401 qorannaan laaboraatoorii…