Oduu biyya keessaa Madrak yaa’ii waliigalaa 16ffaasaa gaggeessaa jira Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Madrak yaa'ii waliigalaa 16ffaasaa gaggeessaa jira. Tokkummaan Demokraatawa Federaalawaa Itoophiyaa Madrak yaa'ii waligalaa 16ffaa isaa…
Oduu biyya keessaa Koomiishiniin Poolisii Gaambeellaa poolisoota 720 ebbisiise Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Gaambeellaa miseensota poolisii baatii 7f leenjisaa ture 720 ebbisiise. Koomiishinichi ebbifamtoota Wiirtuu Leenjii…
Oduu biyya keessaa Hojiin to’annoo nageenyaa tiraafikaa qindoominaan hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hojiin to’annoo nageenya tiraafikaa qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa beeksise. Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Ministirri Raayyaa Ittisaa obbo Lammaan gitasaanii Faransaay waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Faransaay Floorans Paarlii waliin…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Paarkii Faransaayii – Faransaay Aabboo jalqabsiifame Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa daandii Paarkii Faransaayii amma Faransaay Aabboo jalqabsiisan. …
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa proojaktii tajaajila si’ataa ebbisiise Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa tajaajila si'ataa laachuuf hojjechaa jiraachuu ibse. Tajaajilichi Intarpiraayiz Plaaniing Riisoors…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makoonnan ayyaana Waldaa Gugsii Fardaa Agaw irratti hirmaataniiru Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan ayyaana Waldaa Gugsii Fardaa Agaw irratti hirmaataniiru. Sirnicharratti obbo Dammaqaa Makoonnan…
Oduu biyya keessaa Godina Gaamootti balaa jijjiigootin lubbuun namoota afurii darbe Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Godina Gaamootti balaa jijjiigootin lubbuun namoota afurii darbe. Naannoo Kibbaa godina Gaamoo aanaa Gaacoo Baabaa ganda Gaatsaatti balaa jijjiigoo…
Idil Addunyaa Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Briitaaniyaan ifatti Gamtaa Awrooppatiin adda baate. Adda ba'umsichi lammiilee dhimmicha mormaniin dabaalamuun ifoomera. …
Oduu biyya keessaa Faayi meetii qaraxni itti hin kaffalamin kiilo giraamni 15.1 to’atame Obse Wakgari Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Aamjjii 23, 2012 (FBC) - Faayi meetii kiilo giraamni 15.1 osoo qaraxni itti hin kaffalamin biyya seenuuf ture to’atameera. Namoota dhuunfaa sadiin Duubaayii gara biyyaa…