Oduu biyya keessaa Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan. Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii Lagahaarree – marfata…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi. Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi. Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo daawwanna isaanii Kan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa duula qulqullinaa naannoo fi biqiltuu kunuunsu raawwataniiru Wabi Fufa Feb 2, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa duula qulqullinaa naannoo fi biqiltuu kunuunsu raawwataniiru. Magaalaa Adaamaatti leenjirratti kan argaman…
Oduu biyya keessaa Hudhaalee Invastimantii hiikuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hudhaalee Proojektota invastimantii Oromiyaa furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.…
Ispoortii Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan guyyaa booru Bishooftuutti ni gaggeeffama Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Dorgommiin walakkaa maaraatoonii 13ffaan Ityoophiyaa guyyaa booru magaalaa Bishooftuutti ni gaggeeffama. Fiigicha Walakkaa Maaraatoonii kana…
Uncategorized Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan jalqaba baatii Guraandhala 2012 gaggeeffama Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23,2012 (FBC)-Yaa'iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 33ffaan Guraandhala 1 fi 2 Finfinneetti ni gaggeeffama. Yaa’ii kana hordofuuf miidiyaaleen 320 biyyoota…
Fayyaa Namoonni Vaayirasii Koroonaan du’an 259 irra ga’e Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Chaayinaatti namoonni dhibee Vaayirasii Koroonaan du’an 259 irra ga’uu Komishiniin Fayyaa Biyyaaleessa Chaayinaa beeksise. Hanga guyyaa…
Oduu biyya keessaa Gumaacha tola ooltummaa barnootaa irra deebiin bocuu fi babal’isuuf mariin idila addunyaa… Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC)- Galma Waajjira Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Maatummoota Mamtoomaniitti walga’iin Gumaacha tola ooltummaa barnootaa gaggeeffamaa jira.…
Idil Addunyaa Ameerikaan lammiilee biyyoota 6 Viizaa dhorkite Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Ameerikaan laammiilee biyyoota 6 Viizaa dhorkuu ishee beeksiifte. Ameerikaan laammiileen biyyoota Naajeeriyaa, Sudaan, Taanzaaniyaa,Eeritraa,…
Teeknooloojii Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa eebbisiise Sifen Megersa Feb 1, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) - Tajaajilli Elektiriikii Ityoophiyaa Proojektii teeknooloojii odeeffannoo ammayyaa Doolaara miiliyoona 58 oliin hojjechiisaa ture guyyaa har'aa…