Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw Ministira Dhimma Alaaa Keeniyaa Ambaasaaddar Riicheel Awur Oomaammoo waliin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan sanada waliigaltee hidha haaroomsaa irratti ejjeennoo dhaabbataa qabaachuu qabaachuu… Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Ityoophiyaan marii dhimma hidha haaroomsaa taasisaa jirtuuf sanadoota dhiyaatan irratti ejjeennoo jabaa akka qabdu Minsteerri Jallisii fi Iinerjii ibseera.…
Waajabila Faanaa Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuu danda’u lama argachuu ifoomsaan Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Qorattoonni Chaayinaa daawaa Vaayirasii Koroonaa ittisuurratti bu’aa qabeessa ta’e haaraa lama argachuu ifoomsaaniiru. Qorichoota…
Oduu biyya keessaa Hind Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjetu ta’uu ibsame Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Hind Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjetu ta’uu ibsame. Ministir deettaan Ministeer Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan,…
Biiznasii Hojiin babal’ina bu’uraalee misooma magaaloota doolaara Ameerikaa miliiyoona 859 gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Sagantaan babal’ina bu’uraalee misooma magaaloota Doolaara Ameerikaa miliiyoona dhibba 8 miliiyoona 59n gaggeeffamaa jira. Sagantichi magaaloota 117…
Oduu biyya keessaa Daandichi meeshaalee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf waliigaltee waggoota 15 mallatteesse Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa hojiilee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf Garee Invastimantii Saanaad waliin waliigaltee waggoota 15 mallatteessera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatin daandiiwwan yeroo keessummoonni irra darban cufaa… Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Yaa'ii 33ffaa dureewwan Gamtaa Afrikaatin daandiiwwan yeroo keessummoonni irra darban cufaa ta'an ifooman. Koomiishiniin Poolisii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii aspaaltii Aysaayitaa-Afamboo- daangaa Jibuutii eegalame Sifen Megersa Feb 5, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Ijaarsi daandii aspaaltii Aysaayitaa-Afamboo- daangaa Jibuutii eegalamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa beeksise. Daandiin Aspaaltii kun…
Biiznasii Naannoo Kibbaatti proojaktoonni misooma jallisii 22 hojjetamaa jiru Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Naannoo Kibbaatti proojaktoonni misooma jallisii 22 Birrii miiliyoona dhibba 4 fi miiliyoona 13 hojjetamaa jiru. Proojaktoonni misooma…
Balballoommii fi yaada Dhaabbileen qorannaa damee beelladaa guddisuuf hojjechaa jiru jedhame Obse Wakgari Feb 5, 2020 0 Finfinee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Dhaabbileen qorannaa damee beelladaa guddisuuf hojjechaa jiru jedhame. Sagantaan Nyaata Addynyaa, Eejansii Inarjii Atoomiikii waliin…