Oduu biyya keessaa Obbo Gadduun ergamtoota addaa biyyoota garagaraa waliin mari’atan Sifen Megersa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw yaa’ii hoji raawwachiiftota Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti ergamtoota addaa biyyoota…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan fayyadamtummaa waloo mirkaneessuuf hojjetti- Dooktar Injiinar… Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan fayyadamtummaa waloo mirkaneessuuf hojjetti jedhan ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Balballoommii fi yaada Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif tajaajilli qorannaa vaayrasii koroonaa laatamaa jira Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Hirmaattota yaa'ii Gamtaa Afrikaatif tajaajilli qorannaa vaayrasii koroonaa laatamaa jira. Walga'iin hoji raawwachiistota Gamtaa Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Aanaa Dabra Liibaanoossitti haaromsi Gadaa gaggeeffame Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dabra Liibaanoositti sirni Gadaa haarome. Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii aanichaa akka beeksisetti haaromsi gumii…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti hanqina geejibaa furuuf awtoobisoonni 120 gara hojiitti bobba’an Sifen Megersa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Geejibaa Magaalaa Finfinnee hanqina geejibaa furuuf awtoobisoota 120 gara hojiitti bobbaasuu beeksise. Bulchiinsi magaalichaa hanqina…
Fayyaa Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 – Miidhaa dhugaatiin alkoolii qaama namaarran ga’u Alkoolii dhuguun dhiibee gara garaatiif nama saaxiluun jireenya namaa miidhuu irratti argama. Miidhaa…
Oduu biyya keessaa Cee’umsi gara caasaa Gamtaa Afrikaa haaraatti taasifamu iftoominaan akka raawwatamu obbo… Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Cee'umsi gara caasaa Gamtaa Afrikaa haaraatti taasifamu iftoominaan akka raawwatamu ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw…
Waajabila Faanaa Misirroonni sodaa vaayrasii koroonaaf, sirna gaa’elaa isaanii tamsaasa kallattiin taasisan Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Misirroonni sodaa vaayrasii koroonaaf sirna gaa’elaa isaanii tamsaasa kallattiin taasisuun dhaga’ame. Ka’umsi isaa Chaayinaa kan ta’e koroonaa…
Biiznasii Warshaa qorichaa Doolaara Ameerikaa miiliyoona 10n hojjetamuuf dhagaan bu’uuraa ka’ame Obse Wakgari Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2912 (FBC) – Paarkii Indaastirii Qilinxoo keessatti warshaa qorichaa fi meeshaalee fayyaa oomishu hojjechuuf dhagaan bu’uuraa ka’ameera. Dhagaan bu'uuraa kaa'ame…
Teeknooloojii Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii wiindoows 10 qunname hiike Wabi Fufa Feb 6, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Maaykiroosooft rakkina appilikeeshinii windoows 10 qunnamee ture hiikuusaa ibseera. Fayyadamtoonni hedduun appilikeeshinichi guyyaa kaleessaarraa…