Oduu biyya keessaa aa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan xumurame Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan xumurame. Yaa'ichi magaalaa Finfinneetti Gurraandhala 1 - 2,2012tti gaggeeffamaa tureera.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa milkiidhan xumuramuu Dr Abiy beeksisan Obse Wakgari Feb 11, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa milkiidhan xumuramuu muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisan. Yaa'ichaan gamticha…
Oduu biyya keessaa Naannon Gaambeellaa sa’aa hojii jijjiire Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Naannon Gaambeellaa sa'aa hojii jijjiire. Waqtiin isaa ho'a ta'uu isaarraa kan ka'e Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yeroo hojii…
Biiznasii Deeggarsa daldala elektirooniiksii Afrikaatif waliigalteen Doolaara Ameerikaa biiliyoona 20… Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Deeggarsa daldala elektirooniiksii Afrikaatif waliigalteen Doolaara Ameerikaa biiliyoona 20 mallatteeffame. Waliigalticha Daldalli…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarqii fi preezdaant Naanaa Akuufoo Adoon ijaarsa Imbaasii Gaanatiif dhagaa… Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi preezdaantiin Gaanaa Naanaa Akuufoo Adoon ijaarsa Imbaasii Gaanatiif dhagaa bu'uuraa kaa'an. …
Biiznasii Afrikaan diinagdeeshee gara diijjiitaalatti ceesisuu qabdi- obbo Haaylamaariyaam Dassaalany Obse Wakgari Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Afrikaan diijjiitaal teeknooloojidhaan deeggaramuudhan daddabarsa maallaqa seeran alaa fi malaammaltummaa ittisuu akka dandeessu muummee ministiraa…
Biiznasii Daangaa Iityoo Keeniyaa, Marsaabeetitti iddoon gabaa dabalataa banamuufi Sifen Megersa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Keeniyaan hariiroo daldalaa fi sochii lammiilee caalmaatti cimsuuf hojjechaa jiraachuu beeksiste. Magaalaa Mooyyaaletiin alatti Marsaabeetitti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Ikwaatooriyaal Giiniin waliigaltee viizaa bilisaa mallatteessan Sifen Megersa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Ikwaatooriyaal Giiniin marii waloo biyyoota lamaanii Finfinneetti gaggeessaniin waliigalte viizaa bilisaa mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Weerarri awwaannisaa aanolee godina Jimmaa 7 keessatti muul’ate Wabi Fufa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Hoomaan awwaannisaa aanolee godina Jimmaa 7 keessatti muul'ate. Akka waajjirri Misooma Bunaa, Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa godinichaa ibsetti hoomaan…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan bu’aa qorannootin weera ittisuuf tumsa idil addunyaatti makamte Wabi Fufa Feb 10, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) -Ityoophiyaan bu'aa qorannootin weera ittisuuf tumsa idil addunyaatti makamte. Qindoominichi weeraroota ka’an ittisuuf bu’aawwan qorannoo haaraa…