Oduu biyya keessaa Artiist Jambaree Balaay boqate Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Artiist Jambaree Balaay boqate. Artiist Jambaree Balaay waggoota 40 oliif artiistummaan tajaajileera. Artiistichi naannoo…
Fayyaa Ogeeyyiin fayyaa Hindirraa dhufan Ityoophiyaatti tajaajila yaalaa bilisaan kennaa jiru Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ogeeyyiin yaala fayyaa Hindirraa dhufan tajaajila yaala bilisan kennaa jiru. Miseensonni garee kanaa Koolleejjii Fayyaa Barkumee Hospitaala Qidduus…
Idil Addunyaa Lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii fi du’an ariitiin dabalaa jira Wabi Fufa Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii fi du’an ariitiin dabalaa jira jedhame. Guyyaa kaleessaa qofa bulchiinsa Huwaan, magaalaa Hubeey…
Biiznasii Baazaarii, agarsiisaa fi siimpooziyamiin dhaabbilee oomishaa fi fayyadamtoota walitti fiduun qooda… Obse Wakgari Feb 13, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Baazaarii, agarsiisaa fi siimpooziyamiin dhaabbilee oomishaa fi fayyadamtoota walitti fiduun qooda olaanaa qaba jedhame. Baazaarii, agarsiisaa fi…
Oduu biyya keessaa Hoomaa Awwaannisa gammoojii ittisuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Hoomaa Awwaannisa Gammoojii iddoolee garaagaraatti mul’ate ittisuuf xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhatan biyyoota garaagaraa waliin… Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, ambaasaaddaroota biyyoota gara garaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan…
Fayyaa Talalliin vaayrasii koroonaa baatiwwan 18 keessatti ni qophaa’a jedhame Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa talalliin vaayrasii koroonaa baatiwwan 18 keessatti qophaa’uuf hojjetamaa jiraachuu beeksiseera. Daayreektarri olaanaa…
Oduu biyya keessaa Roobeetti proojaktiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Roobeetti ijaarsi proojaktii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira. Ijaarsi…
Oduu biyya keessaa Finfinneetti sararri geejibaa mootora maleeyyii kiilo meetirri 100 diriirfamuufi Obse Wakgari Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Finfinneetti sararri geejibaa mootora maleeyyii kiilo meetirri 100 diriirfamuufi. Eejansiin Maanaajimantii Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan deeggaraman 5 ifoomse Sifen Megersa Feb 12, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan akka deeggaraman marsaa dhumaaf 22 dhiyaatan 22 keessaa proojaktoota 5 ifoomseera.…