Oduu biyya keessaa Dooktar Mulaatun mootii Saawdii Arabiyaa waliin mari’atan Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI duraanii Dooktar Mulaatuu Tashooman mootii Saawdii Arabiyaa Salmaan Biin Abdul Aaziiz Al Saa'ud waliin mari'atan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Dirree Dawaan yaalii tajaajila geejiba biskileettii eegalte Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa yaalii tajaajila geejiba biskileetii ifatti eegalchistetti. Magaalichatti tajaajila geejibaa fayyaarratti dhiibbaa hin…
Balballoommii fi yaada Seera Labsii waa’ee hojjettoota mootummaa filannoo dorgomanii fi paartiilee siyyaasaaf bahe Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Hojjettoonni mootummaa dhuunfanis ta’ee miseensa paartii siyyaasaa tokkoo ta’uun filannoof dorgoman labsii galmee paartiilee siyyaasaa bahe lakkoofsa…
Oduu biyya keessaa Hariiroo diinagdee Ityoophiyaa fi Afrikaa Kibbaa cimsuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Afrikaa Kibbaa Eedwaard Zoolasaa Maakaayaa waajjira isaaniiti simachuun…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa’ufi Obse Wakgari Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Mootummaan Mana Maree Gorsaa Diinagdee Walabaa hundaa'ufi. Manni marichaa miseensota dhimma diinagdeerratti yaada gorsaa dhiyeessan 15 kan…
Oduu biyya keessaa Paartichi fayyadamummaa ummataa mirkaneessuf kan hojjetu ta’uu ibse Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Fayyadamtummaa misoomaa haqa qabeessa ta'e mirkaneessuuf sirna diinagdee hammataa ijaaruuf kan hojjetu ta'uu Paartiin Badhaadhinaa beeksise. Paartichi…
Oduu biyya keessaa Mooxaatti miidhaa dhaabbilee amantaarratti ga’een hoggantoonni addaddaa to’ataman Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Magaalaa Mooxaatti Muddee 10, 2012 gubachuu dhaabbilee amantaarra qaqqabeen walqabatee hoggantoonni hojii addaddaa to’atamaniiru. Naannoo Amaaraa godina…
Biiznasii Wixineen labsii eksaayiz taaksii fooyya’ee bahe haqa qabeesummaa hawaasummaa fi diinagdee kan… Sifen Megersa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Wixinee labsii eksaayiz taaksii haaraa fooyya’ee bahe irratti hubannoo dabalataa uumuuf mariin paanaalii Hooteela Iskaay Laayitiitti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii hariiroo ummata Somaalee fi Afaar cimsuurratti xiyyeeffate gaggeeffama jira Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii hariiroo ummata Somaalee fi Afaar cimsuurratti xiyyeeffate magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira. Waltajjicharratti naannolee lameenirra…
Oduu biyya keessaa Waggaa 3ffaan sirni Gadaa hambummaan itti galmaa’e Mudde 24-25 kabajama Wabi Fufa Dec 31, 2019 0 Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) - Waggaa 3ffaan sirni Gadaa Dhabbata Saayinsii, Barnootaa fi Aadaatti galmaa’e Muddee 24-25 magaalaa Yaa’a Bal’ootti ni kabajama. Sirni Gadaa Dhaabbata…