Oduu biyya keessaa Weerarri awwaannisaa Baalee aanaa Raayituutti mudate Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Weerarri awwaannisaa naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Raayituutti mudate. Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Aanaa Raayituu akka beeksisetti…
Idil Addunyaa Hojii raawwachiisaan Booyiing hojiirraa gaggeeffame Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Hojii Raawwachiisaan Booyiing; Deeniis Muuliinbarg hojiirraa gaggeeffamaniiru. Hoji raawwachiisaan Booyiing Deeniis Muuliinbarg sababii oomisha…
Fayyaa Ciree dura sochii qaamaa taasisuun coomni akka hin baayyanne taasisa- Qorannoo Wabi Fufa Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Qorannoon tokko akka ifoomsetti ciree otuu hin nyaatin sochii qaamaa taasisuun coomni garaa keessatti akka hin baayyanne taasisa. Ciree nyaachun dura…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii haaromsaa hojjechaa jiraachuu beeksise Obse Wakgari Dec 24, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa shororkeessitoonni idil addunyaa miidhaa osoo hin qaqqabsiisin to'achuu beeksise. Jeneraal daayreektarri olaanaa…
Oduu biyya keessaa Hanqinni boba’aa mudate, sochii gufachiisaa jira Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hanqinni boba'aa magaalaa Finfinnee fi magaalota naannootti mudate sochii gufachiisaa jira. Faanaa Broodkaastiing Koorporeet buufataalee raabsaa…
Biiznasii Oromiyaatti carraa hojii miiliyoona 1 ol uumun karoorfamus, raawwiin baatiiwwan sadan darbanii gadi… Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti carraa hojii miiliyoona 1 ol uumun karoorfamus, raawwiin baatiiwwan sadan darbanii gadi aanaa ture jedhame. Biiron Dubartoota,…
Oduu biyya keessaa Hojiin diriirsa elektirikii proojektii baaburaa Awaash-Komboolchaa–Gabaa Haaraa itti fufe Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Diriirsa elektirikii proojektii baaburaa Awaash-Komboolchaa–Gabaa Haaraa waliin walqabatee waliigaltee dhabuu Humna Elektirikii Ityoophiyaa fi…
Fayyaa Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira Obse Wakgari Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Dameen fayyaa dhuunfa kakka’umsi investimentii garagaraa taasifamee akka babbal’atuu hojjetamaa jira. Dameen fayyaa dhuunfaa akka investimeentii biyya…
Idil Addunyaa Ajjeechaa Jamaal Kaashogiin walqabatee namoota 5 irratti murtiin du’aa darbe Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Ajjeechaa gaazexessaa Jamaal Kaashogiin walqabatee namoota 5 irratti murtiin du’aa darbe Manni murtii Saawud Arabiyaa ajjeechaa gaazexessaa Jamaal…
Oduu biyya keessaa Qamadii alaa galu hanbisuuf hojjetamaa jira Wabi Fufa Dec 23, 2019 0 Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Sharafa alaa olaanaan qamadiin alaa galan hambisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministiri Ministira Qonnaa obbo Umaar Huseen…