Finfinneetti Guyyaan Sabaaf Sablammoota kabajame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Guyyaan Sabaaf Sablammoota 18ffaan qophiilee garaagaraan kabajameera.
Guyyichi mata duree ‘’ Heddumminaa fi walqixxummaa Tokkummaa biyyaalessaaf” jedhuun sagantaalee garaagaraa fi Marii Paanaaliin kabajameera.
Waltajjicharrati Af Yaa’ii Mana Maree Fedeereshinii Aadde Zahaaraa Umaad, Af Yaa’ii Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Alqaadir fi qondaaltoonnii mootummaa biroon argamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.