BAAY’INAAN KAN DUBBIFAMAN
- Pireezdaanti Putiin sirna waadaa galuu raawwatan
- Qabeenyi Bishaan lafa jalaa fi lageen Daangaa ce’oon ka’umsa walfamii osoo hin taane agarsiiftuu misooma waloo ta’uu qabu jedhame
- Xiyyaara Itiyoophiyaa har’a Hawaasa gara Finfinnee balali’aa ture keessatti aarri mul’atus rakkoo malee Buufata Xiyyaaraa Boolee gahuu isaa ibsame
- Itiyoophiyaan Giddugala qorannoo Saayinsii Niwukleerii fi Teeknooloojii ijaaruuf hojjechaa jiraachuu ibsame
- Pireezidaantiin Keeniyaa lammiilee balaa lolaan miidhamaniif deeggarsa maallaqaa taasiisuuf waadaa galan
- Sosochiin Itiyoophiyaan haa oomishtuu dandeettii Oomishtummaa Indaastirii biyya keessa guddiseera – Pireezidaantoota naannolee
- Bu’aa qabeessumaa Daldala Walabaa naannawaa Afrikaaf dhaabbileen tajaajila qulqullina qabu dhiyeessutu irraa eegama jedhame
- Ministeerichi sadarkaa biyyaatti duula qulqullina naannoo ‘Dhaabbilee Fayyaa qulqulluu’ eegalchiise
- Yaa’iin Ministiroota Bishaanii biyyoota IGAD har’a eegalama
- Finfinnee mallattoo Badhaadhina Afrikaa taasiisuuf hojjechuu itti fufna – Aadde Adaanach Abeebee